Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo. Ati jaalala kee agarsiifte,” jedhe.
Aliyyee, “Obboleettiin gargaaruun gaariidha. Yeroo rakkoo keessa jirtu, namni si gargaaru jiraachuu qaba,” jedhe.
Aliyyee, “Miilli koo na madaa’e. Ani deemuu hin danda’u,” jedhe. kitaaba safuu kutaa 5
Dhaliftuu, “Ati gaarii taate. Galatoomi,” jette.
Barruu 1: Rakkoo Salphaa
Dhaliftuu, “Mataa koo na bowwaa jira. Ani taphaaf ba’uu hin danda’u,” jette.
Guyyaa tokko, Dhaliftuu manatti ciiseerti. Aliyyee, “Dhaliftuu, maal taate?” jedhe. Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo
Dhaliftuu yeroo sana waan Aliyyee ishee gargaare san yaadatte. “Ati yeroo darbe na gargaarte. Amma ani si gargaara,” jette. Dhaliftuu ulee fi waraqaa fiddee miilla Aliyyee fidde.